Luke 6:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama si kadhatu maraaf kenni, nami tokko yoo waan keeti fudhate, akka inni si'iif deebisu hin gaafatin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama woi si kad'atu ch'ufaa kenni, ammalle nama wo sira fud'atu ira imbarbaadiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama wa si kadhatu cufaa kenni, ammallee nama wa sirraa fudhatu irra hinbarbaadin!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama si kadhate maraafuu kenni. Ka birrii kee si irraa liqeeffate yookaan ka fudhate akka sii deebisu hin gaafatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama si kadhate maraafuu kenni. Ka birrii kee sirraa liqeeffate yookiin ka fudhate akka sii deebisu hin gaafatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka si kadhatu maraafuu kenni, qabeenna kee nama si irraa fudhatuuf, akka si deebisuuf hin gaafatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama si kadhatu maraaf kenni, nami tokko yoo waan keeti fudhate, akka inni si'iif deebisu hin gaafatin.