Luke 6:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan namooti dhibiin akka isinii godhanuuf barbaaddanu isinille isaaniif godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma aka nami waan dansa isani tolchu feetani, akasuma namale waan dansa tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma akka namii waan dansaa isanii tolchu feetan, akkasuma namaallee waan dansaa tolchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan namoonni akka isinii godhan feetan isinillee akkasuma isaanii godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan namoonni akka isinii godhan feetan isinillee akkasuma isaanii godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni isiniif akka raawwataniif waan barbaaddan, isin'llee akkuma kana isaaniif raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan namooti dhibiin akka isinii godhanuuf barbaaddanu isinille isaaniif godha'a.