Luke 6:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra akka isinii deebisu addattanu calla'aaf yoo liqeessitane, eebba maan dhaggatan ree? Waan liqeessane san deebi'anee fudhatiisaaf, cubbaaleyyiinuu cubbaaleyyi'iif hin liqeessan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle yo isani nama iraa woi argachaani seetani ch'allaa woi ergiftani, eeba tami argattani? Ee, nami dabaleeni woli wo ergisa, aka waan akasi argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee yo nama waan innii isanii deebisuu seetan callaa wa liqeessitan, eebba tam argattan? Warrii cubbooleelleen akkasuma warra isaanii deebisaan se'uu wa liqeessaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isinii deebisu callaa abdattanii yoo liqeessitan galata maal qabdan? Cubbamtoonnillee akkasuma nama isaanii deebisuu danda'uu waan liqeessaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isinii deebisu callaa abdattanii yoo liqeessitan galata maal qabdan? Cubbamoonnillee akkasuma nama isaanii deebisuu danda'uu waan liqeessaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
harka nuuf deebisan jettanii namoota yaaddaniif yoo liqeessitan caalimaya maal argattan? Kama liqeessitan san deebifittanii fudhachu'uuf ammoo, cubbamoonnin'llee cubbamootaaf ni liqeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra akka isinii deebisu addattanu calla'aaf yoo liqeessitane, eebba maan dhaggatan ree? Waan liqeessane san deebi'anee fudhatiisaaf, cubbaaleyyiinuu cubbaaleyyi'iif hin liqeessan.