Luke 6:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan keessan ka ol-gubba'aa ka namaaf mararu akka te'e, isinille namaaf marara'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Abbaani keesani ka gubbaleeni namaa nahu isanileeni namaa naha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Abbaan keessan ka gubbaa namaa na'u isaniilleen namaa na'aa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaan keessan garaa laafu, isinillee gara laafeyyii ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma abbaan keessan garaa laafu, isinillee garalaafeyyii ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Abbaan keessan ka sami'ii dhiifama taasisaa akkuma ta'e, isin'llee akkuma kana dhiifama taasfttoota ta'aa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan keessan ka ol-gubba'aa ka namaaf mararu akka te'e, isinille namaaf marara'a.