Luke 6:4 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gara mana Waaqaa seenee, daabboo Waaqaaf kennante, ta silaa hayyoota malee nami tokkolle akka hin nyaanne Seerri dhoogu fuudhee nyaatee, worra isa woliin jiranuufille kenne” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana Waaqa oli seene, qit'a Waaqaa baasani fud'ate nyaate wahela ufiti qoode, ka sila qaalole male nami tokoleeni nyaachu himmalini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Mana Waaqaa olseenee, qixxaa Waaqaa baasan, ka silaa qaallollee malee namii tokkoolleen nyaachuu hinmaliin, fudhatee nyaatee waahela ufiitii qoode” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee gara Mana Waaqaa aseenee, qeesota malee kaanniniif akka nyaatan ka hin eeyyamin, hibsttii qulqullaayome ka furddaa fuudhee ni nyaate, namoota isa woliin ni jiran turaniif'llee ni kenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara mana Waaqaa seenee, daabboo Waaqa dura dhikaattu, ta silaa hayyoota malee nami tokkolle akka hin nyaanne Seerri dhooggu fuudhee nyaatee, worra isa woliin jiranuufille kenne» jedheen.