Luke 6:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barataan tokko barsiisaa hin caalu; ammoo nami leenjii guutuu fudhate maraa, akka barsiisaa ifii hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami barsiisani nama isa barsiisu ira injiru. Ammo nami ch'ufti gaafa wo barate qit'e nama isa barsiise taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii barsiisan nama isa barsiisu irra hinjiru. Ammoo namii cuftii gaafa wa baraate qixxe nama isa barsiisee ta'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barataan barsiisaa hin caalu, ka sirri'itti baratee fixe maruu ammo akka barsiisa'aa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barataan barsiisaa hin caalu, ka sirri'itti baratee fixe maruu ammo akka barsiisa'aa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barataan barsiisaa isaa hin caalu, haa ta'u malee barataan barnnoota isaa haalaan yoo barate, akka barsiisaa isaa ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barataan tokko barsiisaa hin caalu; ammoo nami leenjii guutuu fudhate maraa, akka barsiisaa ifii hin te'a.