Luke 6:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami dansaan dansummaa gadhaa ifii keessaa waan dansaa baasa; nami hamaalle hammeenna gadhaa ifii keessaa waan hamaa baasa. Waan gadhaa guute afaan dubbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani dansooma garaa ufi keesa jiru keesaa waan dansa baasa; nami hamaleeni hameenna garaa ufi keesa jiru keesaa waan hamtu baasa. Wonti akanatiifi waan garaa jira arabi dubbata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dansaan dansooma garaa isaa keessaa waan dansaa baasa; namii hamaalleen hammeenna garaa isaa keessaa waan hamtuu baasa, wantii akkanatiif waan garaa jiraa arrabii dubbata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan garaa keessa guute afaan qaaqa; namni waan mishaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata. Namni badaan waan badaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan garaa keessa guute afaan qaaqa; namni waan mishaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata. Namni badaan waan badaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf naminni mishaan onnee isaa mishaa irraa, waan mishaa ni baasa, naminni hamaan'llee onnee isaa hamaa irraa waan hamaa ni baasa. Naminni ka afaan isaatiin dubbatu waanuma onnee isaa guutee irraa hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dansaan dansummaa gadhaa ifii keessaa waan dansaa baasa; nami hamaalle hammeenna gadhaa ifii keessaa waan hamaa baasa. Waan gadhaa guute afaan dubbata.