Luke 6:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaaniin, “Ilmi Namaa Goottaa Sanbataa ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Ilmi Nama abba Sabatooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Ilmii namaa abbaa Sanbataati” warraan jedhe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Ilmi Namaa Gooftaa Sambataati» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Ilmi Namaa Gooftaa Sambataati» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus, «Ilmi Namaa Sanbbataaf'llee Gooftaa isaati» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaaniin, «Ilmi Namaa Goottaa Sanbataa ti» jedhe.