Luke 7:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri ergamanelle gara mana ajajaa dhibbaa deebi'anee yennaa dhufane tajaajilaan isaa fayyeeruun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari ergani kaani manati dachaanaani garbicha fayye arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii ergan kaan manaatti dachanaan hojjataa fayye arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ergaman hennaa gara manaa deebi'an hojjataa san ka fayyeeru argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri ergamanillee hennaa gara manaa deebi'an hojjataa san ka fayyeeru argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni ergaman'llee gara mana ajajaa dhibbaa deebi'anii yeroo dhufanitti, tajaajilaan fayyee ni argataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ergamanelle gara mana ajajaa dhibbaa deebi'anee yennaa dhufane tajaajilaan isaa fayyeeruun dhaggane.