Luke 7:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu sodaatanee, “Raagaan guddaan nu'uma keessaa ka'eera; Waaqi kolbaa ifii fayyisu'uuf dhufeera” jedhanee Waaqa galateeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti bakhakhe Waaqa faarse waan jed'ani, Raagi guddaani yayu jiddu teennaa gadibahe: Waaqi la gumi ufiti mullate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii bakaakee, “Raagii guddaan yaayyuu jidduu teennaa ka'e; Waaqii la gumii ufiitti mullate” jedhee Waaqaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu sodaatanii «edduu keennatti raanni guddaan ka'eera; Rabbillee banii ufii tooyateera» jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu sodaatanii, edduu keennatti raanni guddaan ka'eera. Rabbillee banii ufii tooyateera jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mara isaaniituu sodaan isaan qabee, «Nabiyyichi ol aanaan nu jiddu'uu ka'ee jira, Waaqinni ummata isaa fayyisu'uuf dhufee jira» jedha'aa, Waaqa ni galateeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu sodaatanee, «Raagaan guddaan nu'uma keessaa ka'eera; Waaqi kolbaa ifii fayyisu'uuf dhufeera» jedhanee Waaqa galateeffatane.