Luke 7:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gurri Yesuusii biyya Yihuda'aa maraa fi adaala biyya sanii maratti dhage'ame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurri isaa lafa Yudeatiifi arda suni ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gurrii isaa lafa Yihudaatii fi reera sun cufa ga'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri isaa Yihuuda'aa fi biyya naannoo isi'ii jirtu marattuu dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gurri isaa Yihuuda'aa fi biyya naannoo isi'ii jirtu marattuu dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaan Yesus'llee arddii Yihuda'aa maraa fi naannoo biyyoota jiran marattuu, ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurri Yesuusii biyya Yihuda'aa maraa fi adaala biyya sanii maratti dhage'ame.