Luke 7:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yohaannisii waan kana mara yennaa isatti himane, Yohaannis barattoota ifii keessaa lamaan waamee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yohana odu tana ch'ufa iti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yoh. aannisii oduu tana cufa isaatti himee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa kanniin maraa Yohaannisitti himan. Yohaannisillee barattoota keessaa lamaan gara ufii waamee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa kanniin maraa Yohaannisitti himan. Yohaannisillee barattoota keessaa lamaan gara ufii waamee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni Yohaannisii waayee wonittoota kanniinii, kana maraa isatti ni odeessan, inni'llee barattoota isaa keessaa lamaan waamee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yohaannisii waan kana mara yennaa isatti himane, Yohaannis barattoota ifii keessaa lamaan waamee,