Luke 7:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ka dhufu'uu male si'iiyyu moo ka dhibii eegganna?” jedhee, akka Goottaa gaafatanuuf erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yohanani jara isaa lama yaame Aabbooti erge waan jed'eeni, Atini ka ind'ufa jed'ani mo kad'ibi eenna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan, Yoh. aannis jara ufii keessaa lama yaamee Aabboo Yesusiiti ergee, “Atin ka indhufa jedhan moo ka dhibii eenna?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka dhufu'uuf ta'u si'i mo'o ka biraa haa eennu?» jedhee gara Yesuusii erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka dhufu'uuf ta'u si'i moo ka biraa haa eennuu?» jedhee gara Yesuusii erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Masihiin ni dhufa jedhame sun, si'i moo yookiin ka bira'aa haa eeginnu? jedha'aatii gaafadhaanii» jechu'uun, gara Gooftaa Yesusii isaan ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka dhufu'uu male si'iiyyu moo ka dhibii eeganna?» jedhee, akka Goottaa gaafatanuuf erge.