Luke 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ajajaan dhibbaa ka worra Rooma'aa tokko achi jiraayyu; tajaajilaan inni guddoo jaalatu akka malee dhibamee du'iisaaf dhi'aateeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba garbichi shumi toko ka shumini suni guddo jaalatu fayyad'abe ka lubbuu tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba hojjataa shuumii tokko ka shuumiin sun guddoo jaalatu fayyadhabee ka lubbuu ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltoota dhibbaa tokko gara isaa dhufee, hojjataan ani jaaladhu tokko dhukkubsatee du'uu gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajajaan loltoota dhibbaa tokko gara isaa dhufee, hojjataan ani jaaladhu tokko dhukkubsatee du'uu gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi'llee ajajaa dhibbaa ka worra Rooma'aa tokko ni jira ture, inni'llee tajaajilaan jaaladhu haalaan jalaa dhukkubsatee du'aaf dhiyaatee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan dhibbaa ka worra Rooma'aa tokko achi jiraayyu; tajaajilaan inni guddoo jaalatu akka malee dhibamee du'iisaaf dhikaateeraayyu.