Luke 7:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri ergamane yennaa gara Yesuusii dhufane, “Yohaannisiin cuuphaan, ‘Ka dhufu'uu male si'iiyyu moo ka dhibii eegganna?’ jedhee gara keeti nu ergeera” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kaani isa geennaani waan jed'ani, Yohanani nama batisu situ nu erge waan jed'e, Atini ka ind'ufa jed'ani mo kad'ibi eenna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii kaan isaan baanaan, “Yoh. aannisii nama cuuphuutti gaafadhaa jedhee sitti nu ergee, ‘Atin ka indhufa jedhan moo ka dhibii eenna?’ ” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonnillee gara isaa dhufanii, «Yohaannis cuuphaan, ‹Ka dhufu'uuf ta'u si'i moo yookaan ka biraa eenna?› jedhee gara kee nu ergeera» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonnillee gara isaa dhufanii, «Yohaannis cuuphaan, ‹Ka dhufu'uuf ta'u si'i moo yookiin ka biraa eenna?› jedhee gara kee nu ergeera» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee gara Yesusii dhaqanii, «Masihiin ni dhufa jedhame sun si'i moo? Yookiin ‹ka bira'aa haa eeginnu?› jedha'aatii, gaafadha'aanii jechu'uun, Yohaannisiin cuuphaan gara kee nu ergee jira» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ergamane yennaa gara Yesuusii dhufane, «Yohaannisiin cuuphaan, ‹Ka dhufu'uu male si'iiyyu moo ka dhibii eeganna?› jedhee gara keeti nu ergeera» jedhaneen.