Luke 7:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami mamee anaan hin gufanne ka badhaadhe!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana nama na imormanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii na hinmormannee ka badhadhe!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni na mamee hin gufanne ka eebbifame!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni na mamee hin gufanne ka eebbifame!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka anaan hin gufanne ka eebbifame.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami mamee anaan hin gufanne ka badhaadhe!» jedhe.