Luke 7:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffata dansaa uffatee fi qananiin mana moototaatitti dhaggaman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosi maal daawachu d'at'ani? Nama woya dansa uyifatu? Hubad'a, nami shoobu, ka machi fed'u, mana hayyu keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoos maal daawachuu dhaxxan? Nama wayaa dansaa uyyifatuu? Hubadhaa, namii shoobu, ka machii fedhu, mana hayyuu keessa taa'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mo'o maal laaluuf baatan? nama uffata haphii uffatuu? worri uffata bareedaa uffatanii fi qanani'oonni mana moototaa jiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
moo maal laaluuf baatan? nama uffata haphii uffatuu? worri uffata bareedaa uffatanii fi qanani'oonni mana moototaa jiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana maal laalu'uuf baatan? Nama uffata bareede uffate laalu'uuf moo? Uffata bareede worri uffatanii fi qanani'iin worri jiraatan ammoo, mana nugusotaa titti argaman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffata dansaa uffatee fi qananiin mana moototaatitti dhaggaman.