Luke 7:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi marroo Yohaannisiitiif, ‘Ani ergamaa kiyya ka karaa keeti qopheessu si'iin dura erga’ jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani sunuma ka t'aafi keesati Waaqi baane waan jed'e, Kunini ergattu tiyya; anini si durati isa erga aka inni d'aqe daandi tante si durati mid'aasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis kama barreessii keessatti Waaqii baanee, ‘Kunin ergamaa kiyya, anin si duratti isa erga, akka innii dhaqee daandii tantee si duratti midhaassu’ ” jedhe kaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ka karaa kee si afo'otti haxaayu ergamaa kiyya afoo keetitti hin erga› jedhamee ka barreeffameef isa kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa kee si afo'otti ka haxayu ergamaa kiyya afoo keetitti hin erga jedhamee ka barreeffameef isa kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee kunoo! Durana keetiin deema'aa karaa kee ka si qopheessu ergamaa kiyya ni erga jedhamee, ka barreeffameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi marroo Yohaannisiitiif, ‹Ani ergamaa kiyya ka karaa keeti qopheessu si'iin dura erga› jedheera.