Luke 7:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinitti hima, nama lafa irratti dhalate keessaa, ka Yohaannis caalu hin jiru. Ammoo mootummaa Waaqaa keessatti ka mara caalaa diqqaatu isa caala” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniini jed'u, Nama d'alate tokoleeni ka Yohana ira jiru injiru; ammo nami Finna Waaqa keesati nama ch'ufa ira diqa isa ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin isanitti himaa, Namii lafa tana irratti dhalate tokkkoolleen ka Yoh. aannis irra jiru hinjiru; ammoo namii Mootummaa Waaqaa keessatti nama cufa irra diqqaa isa irra jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana isiniin jedha worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu eennullee hin jiru. Jeennata Rabbii keessatti ammo ka maraa irra diqqa'aatitu isa caala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkana isiniin jedha worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu eennullee hin jiru. Jeennata Rabbii keessatti ammo ka maraa irra diqqa'aatitu isa caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota dubarttoonni dayan keessaa ka Yohaannisiin caalu eennu'llee hin jiru, Mootummaa Waaqaa titti garuu ka maraa irra diqqa'aatitu, isa caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hima, nama lafa irratti dhalate keessaa, ka Yohaannis caalu hin jiru. Ammoo mootummaa Waaqaa keessatti ka mara caalaa diqqaatu isa caala» jedhe.