Luke 7:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan martinuu, worri qaraxa guurulle adoo hin hafin, yennaa dubbii Yesuusii dhage'ane, waan harka Yohaannisiititti cuuphamaneeranuuf, Waaqaaf dhugaa galchane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ufaafi worri damoosa guruleeni waan kana d'agaye; worri suni worra Seera Waaqa ka d'uga guute jennaani Yohanani batise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii waan kana dhageenaan, warrii qaraaxa guuruyyuu, waan harka Yoh. aannisiitti cuuphameef akka karaan Waaqaa dhugaa ta'ee hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin dhagaye maruu worri qaraxa guuranillee uduu hin hafin cuuphaa Yohaannisiitiin cuuphamanii Rabbiin ajaa'ibsiifatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin dhagaye maruu worri qaraxa guuranillee uduu hin hafin cuuphaa Yohaannisiitiin cuuphamanii Rabbiin ajaa'ibsiifatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana yeroo dhagayanitti ummanni marrinuu worrummaan qaraacotaa'llee uduu hin hafin, harka Yohaannisii titti cuuphamanii jiran waan tureef, hujiin Waaqaa sirrii ta'uu isaa ni hubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan martinuu, worri qaraxa guurulle adoo hin hafin, yennaa dubbii Yesuusii dhage'ane, waan harka Yohaannisiititti cuuphamaneeranuuf, Waaqaaf dhugaa galchane.