Luke 7:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Kolbaa bara kanaa tana maaniin wol fakkeessa? Isaan maan fakkaatan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'aloota kana maaniini wolti akheekha? Worri maal fakaata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabree, “Nama dhaloota kanaa maaniin walti akeeka? Warrii maal fakkaataa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eegasuu namoota dhaloota bara kanaa maali'iin wol haa fakkeessu ree? Isaan eennuun fakkaatan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eegasuu namoota dhaloota bara kanaa maali'iin wol haa fakkeessu ree? Isaan eennuun fakkaatanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Eegaa dhaloota kanaa maali'iin wolitti fakkeessaan? Maal'llee fakkaata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Kolbaa bara kanaa tana maaniin wol fakkeessa? Isaan maan fakkaatan?