Luke 7:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannisiin cuuphaan adoo sagalee hin nyaatin, daadhii woyni'iille hin unin dhufee jennaan, ‘Inni durriisa ifi keessaa qaba’ jettane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani nama batisu d'umnaani qit'a inyaanne, farsole ind'unne, ammo isani, Inni maraata jettaniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannisiin nama cuuphu dhumnaan qixxaa hinnyaanne, daadhiillee hindhunne, isan ammoo, ‘Innii maraataa’ jettaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis cuuphaan hennaa dhufe xoroshoo hin nyaatu. Daadhii woyini'iillee hin dhugu. Isin ammo, ‹Inni jinnii uf keessaa qaba› jettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis cuuphaan hennaa dhufe, xoroshoo hin nyaatu. Daadhii woyini'iillee hin dhugu. Isin ammoo, ‹Inni jinnii uf keessaa qaba› jettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Yohaannisiin Cuuphaan midhaan uduu hin nyaatnii fi daadhii woyinni'llee uduu hin dhugin dhufinnaan, ‹inni jinnii qaba› ni jettaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannisiin cuuphaan adoo sagalee hin nyaatin, daadhii woyni'iille hin unin dhufee jennaan, ‹Inni durriisa ifi keessaa qaba› jettane.