Luke 7:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa ammoo, nyaataa unaa dhufee jennaan, ‘Nama kana ilaala'a! Inni gadhitoo, machaawaa, jaala worra qaraxa guuruutii fi cubbaaleyyi'ii ti’ jettane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Nama d'umnaani nyaate d'uge, duuba isaani waan jettani garaade kana ilaala ka farso d'ugu; inni jaala nama damoosa guuratifi ka nama daba jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii namaa dhumnaan nyaatee dhuge; isan ammoo, ‘Sabdicha, ammallee machaa'aa kana ilaalaa ka daadhii dhugu; innii jaala warra qaraxa guuruutii fi ka nama cubbichaati’ jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Namaa hennaa dhufe ammo nyaata'aa dhuga'aa waan dhufeef, isin ammo, ‹ila! Inni worra nyaatu, machooftuu, qaraxxu'uu fi cubbamtoota jaalata› jettaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi Namaa ammoo hennaa dhufe, nyaata'aa dhuga'aa waan dhufeef, isin ammoo, ila! Inni worra nyaatu, machooftuu, qaraxxu'uu fi cubbamoota jaalata jettaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa ammoo nyaata'aatii fi dhuga'aa dhufinnaan, ‹kunoo, kun nyaataa fi dhugaatii ka jaalatu, waahela qaraacotaatii fi cubbamoota'llee› ni jettaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa ammoo, nyaataa unaa dhufee jennaan, ‹Nama kana ilaala'a! Inni gadhitoo, machowaa, jaala worra qaraxa guuruutii fi cubbaaleyyi'ii ti› jettane.