Luke 7:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaa san keessa dubartii cubbaalettii takkatti jira. Maarre isiin akka inni mana Fariisaayichaatitti nyaatiisatti jiru dhageettee, fiqiree duloo albaasaatarii irraa hojjatante guutuu fiddee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani niitiini sharmut'itiini toko ta dira suni, aka Yesoni mana nama Farisayo keesa sagale nyaatu d'ageennaani dulo d'ad'a qayya qabduuni d'ufte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan niitiin cubbitiin dira sunii takka, akka Yesus mana namicha Fariisichaa keessatti sagalee nyaachuu jiru dhageennaan, duloo dhadhaa qayyaa qabduun dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa sanitti dubartiin cubbamtuun takka akka inni mana Fariisicha sanii dhaqee taa'e haga beette bilillee urgoo Albaalxiroosiitiin guuttame fidee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachaa sanitti dubartiin cubbamtuun takka akka inni mana Fariisicha sanii dhaqee taa'e haga beette bililee urgoo Albaalxiroosiitiin guuttame fidee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaa san keessa'llee dubarttii cubbamittuu takkatu jira ture, isiin'llee Yesus mana Farsichaa titti laaqanaaf afeeramuu isaa yeroo dhageettetti, shurrubbee alibasxiroosii ka shittoon itti guuttame qabattee, ni dhuftte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa san keessa dubartii cubbaalettii takkatti jira. Maarre isiin akka inni mana Fariisaayichaatitti nyaatiisatti jiru dhageettee, fiqiree duloo albaasaaxarii irraa hojjatante guutuu fiddee,