Luke 7:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan gara Yesuusii dhufanee, “Nami kun dhugumaan qarqaarsa keeti dhaggachuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoti d'umnaani guddo kad'atani waan jed'aniini, Nama kana d'uguma waan kana tolchuufi malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dhumnaan guddoo kadhatanii, “Nama kana dhugumaa waan kana tolchuuf malte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara Yesuusii dhufanii, «Inni banii keenna hin jaalata; Mana Sagadaallee nuu ijaareera,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gara Yesuusii dhufanii, «Inni banii keenna hin jaalata, Mana Sagadaallee nuu ijaareera,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee gara Yesusii dhaqanii, «Kana isaa raawwachu'uuf nama malu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara Yesuusii dhufanee, «Nami kun dhugumaan qarqaarsa keeti dhaggachuu qaba.