Luke 7:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan lamaanuu waan deebisanee kaffalanu dhabanee jennaan, inni akkasumaan isaaniif lakkise. Jara lamaan kana keessaa kamitti irra isa jaallata?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baasu dad'abani jennaani namichi kaani worra lachuyu lakise. Tanaafi, mala keeti, kamiti ira isa jaalata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii lachuu baasuuf dadhabee jennaan, namichii kaan akkasumaatti lakkiseef. Tanaaf, akka keetiitti warra kana lamaan, kamiitti irra isa jaalata?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jarri lachuu waan kaffalan waan dhabaniif lamaaniifuu dhiise. Eegasuu isaan keessaa kamiin irra caalaa jaalata»?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jarri lachuu waan kaffalan waan dhabaniif lamaaniifuu dhiise. Eegasuu isaan keessaa kamiin irra caalaa jaalata»?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lamaanuu ka liqeeffatan kafaluu dadhabinnaan, liqeessaan liqaa isaanii ni dhiise, eegaa, liqeeffattoota lamaan keessaa ka liqeessaan caalchisee jaalatu, kamiin sitti fakkaata?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lamaanuu waan deebisanee kaffalanu dhabanee jennaan, inni akkasumaan isaaniif lakkise. Jara lamaan tana keessaa kamitti irra isa jaalata?