Luke 7:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, ani si'iin jedha, jaalalli guddaan isiin mudhitte kun, cubbuu isi'ii heddu'uuf araarri akka kenname mirkaneessa. Nami araarri diqqaan kennameef ammoo, jaalala diqqaa callaa mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini siti hima, Daba isii heddu la araaramaniifi maro isiini guddo na jaalatteefi. Ammo ka diqo araaramaniifi sunini diqo jaalata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin sitti himaa, Mar. roo isiin guddoo na jaalatteef cubbuu isii hedduu la araaramaniif. Ka diqqoo araaramaniif sunin ammoo diqqoo jaalata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf akkana isiniin jedha guddiftee waan jaalala guddaa mudhifteef cubbuun hedduu isi'ii dhiifameera. Ka jaalala diqqoo qabuuf waan diqqa'atu dhiifamaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf akkana isiniin jedha guddiftee waan jaalala guddaa mudhifteef cubbuun hedduu isi'ii dhiifameera. Ka jaalala diqqoo qabuuf waan diqqatu dhiifamaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf baayi'ee waan jaalatteef cubbuun isi'ii baayi'e'eef dhiifaminni taasfameefii jira siin jedha, cubbuun isaa muraasaan ka dhiifamuuf garuu, ka jaalatu'llee muraasumaan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, ani si'iin jedha, jaalalli guddaan isiin mudhitte kun, cubbuu isi'ii heddu'uuf araarri akka kenname mirkaneessa. Nami araarri diqqaan kennameef ammoo, jaalala diqqaa callaa mudhisa» jedhe.