Luke 7:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus dubartitti'iin “Cubbuu teetiif araarri kennameera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni isiini jed'e, Daba kanke la si araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii isiin, “Cubbuu tantee la sii araaraman” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isi'iinillee, «Cubbuun kee sii dhiifameera» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isi'iinillee «Cubbuun kee sii dhiifameera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus dubarttii, «Cubbuu keetiif dhiifaminni siif taasfamee jira,» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus dubartitti'iin «Cubbuu teetiif araarri kennameera» jedhe.