Luke 7:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni kolbaa teenna jaallata, Mana Waaqeffannaa Yihudootaalle nu'uuf ijaareera” jedhaa jabeessanee kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa teenna jaalata, ammalle mana Waaqa iti kad'atani toko ya nuu ijaare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gosa teenna jaalataa, ammallee mana waldeennaa tokko ya nuu jaaree” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaafuu namni kun gargaarsa si irraa argatuu barbaachisa» jedhanii jabeessanii kadhataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
kanaafuu, Namni kun gargaarsa sirraa argatuu barbaachisa» jedhanii jabeessanii kadhataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni ummata keenna ni jaalata, bakka woligayii'llee nuuf hojjatee jira» jechu'uun, cimssanii ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa teenna jaalata, Mana Waaqonfannaa Yihudootaalle nu'uuf ijaareera» jedhaa jabeessanee kadhatane.