Luke 8:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba adoo hin turin, Yesuus Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lassaa lallabaa qachootaa fi olloota keessa ideeme. Barattooti isaa kudhanii lamaanii,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana Yesoni diraafi ollowaani ch'ufa keesa dedeeme Odu Dansa ta Finna Waaqa odeese. Jari kud'ani lamaani kaani isaani woliini yae,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sunii adoo haguu hinturin Yesus diraa fi olloowwan cufa keessa dedeemee oduu dansaa Mootummaa Waaqaa hime. Jarii isaa kudhanii lamaaniilleen isa waliin yaa'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, Dubbii gammachu'uu waan jeennata Rabbii hima'aa, gandootaa fi qachaa keessa lufa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa waan jeennata Rabbii lallaba'aa oduu gammachu'uu waan jeennata Rabbii hima'aa gandootaa fi qachaa keessa lufa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus magaala'aa fi gandootatti Mootummaa Waaqaa lallaba'aatii fi oduu gammachu'uu hima'aa ni dabrra ture, kudha lamaan'llee isaa woliin ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba adoo hin turin, Yesuus Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lassaa lallabaa qachootaa fi olloota keessa ideeme. Barattooti isaa kudhanii lamaanii,