Luke 8:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Hiikkaan mammaassaa kunoo kana: Sanyiin dubbii Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba mammaasi kunini akana; mid'aani dubbi Waaqaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba mammaassii kunin akkana, midhaan dubbii Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. «Sanyiin dubbii Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. Sanyiin dubbii Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hiikkaan fakkeennaa kana, «Sanyiin dubbii Waaqaati,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hiikkaan mammaassaa kunoo kana: Sanyiin dubbii Waaqaa ti.