Luke 8:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin qoree keessa buute, worra dhage'u; akkuma bulanee oolanuun ammoo yaaddoon, karraa fi gammachuun jiruu lafa tanaa isaan huutee, midhaan isaanii ijjumaa hin sibu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani qorati keesa jigani suni jara d'ageennaani d'ipufi horifi gammada jireenna lafa tanatiini qanch'are mid'aani aada imbaamne fakaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan qoraattii keessatti jigi sun warra dubbii dhageennaan dhiphuu, horii fi gammada jireenna lafa tanaatin qancaree midhaan addaa hinbaamne fakkaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin qoree keessatti bu'ellee worra dubbii dhagayanii akkuma oolmettii isaanii ka duraatitti yaada'aa, badhaadhummaa jireenna qanani'iitiinillee waan hudhamaniif sanyii hin godhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sanyiin qoree keessatti bu'ellee worra dubbii dhagayanii. Akkuma oolmetii isaanii ka duraatiti yaada'aa, badhaadhummaa jireenna qananiitiinillee waan hudhamaniif, sanyii hin godhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ximirroo qore'ee jiddu'utti'llee sanyiin bu'e ka muldhisu, waayee namoota yero'oof dubbii dhagayaniiti, garuu yaadinni biyya lafa kanaatii fi qabeenni, jireenni biyya lafaatii fi qananiin'llee hudhee, firii malee isaan ni hanbisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin qoree keessa buute, worra dhage'u; akkuma bulanee oolanuun ammoo yaaddoon, karraa fi gammachuun jiruu lafa tanaa isaan huutee, midhaan isaanii ijjumaa hin sibu.