Luke 8:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haatii fi obboleeyyan Yesuusii gara isaa dhufane; ammoo sababa gumi'iitiif isa bira geyiisa hin dadeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haad'a Yesotiifi oboleyaani isaa isati d'ufani ammo isa gahu dad'abani, maro gumitiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haadha Yesusitii fi obboleeyyan isaa isa barbaaduu dhufanii, ammoo marroo guddina gumiitiif isa biraan ba'uu dadhaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati Yesuusiitii fi obboleewwan isaa gara isaa dhufanii sababa guddinna bani'iitiif isa arguu hin dandeenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haati Yesuusiitiif obboleewwan isaa gara isaa dhufanii sababa guddinna bani'iitiif isa arguu hin dandeenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haati Yesusiitii fi obboleeyyan isaa gara isaa ni dhufan, garuu baayi'inna ummataa irraa kan ka'een isa argachu'uuf, hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haatii fi obboleeyyan Yesuusii gara isaa dhufane; ammoo sababa gumi'iitiif isa bira geyiisa hin dadeenne.