Luke 8:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
fi dubartooti gariin ta ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyanelle isa woliin jiraniiyyu. Isaan san keessalle'ee Maariyaamii Magdalaa ta jedhantu, ta durriisoti torba keessaa baafame,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nad'eeni garileeni ta jinniifi d'ukuba fayyite isa gula yaate Mariamu ta Magdalene jed'ani ta jinni torba keesaa baasani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nadheen gariilleen ta jinnii fi dhukkuba gosa gosaa fayyite, Maariyaam Magdala ta jedhan ta jinnii torba keessaa baasan;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii Magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana hafuura battiiwwan irraa worri gad dhiifamanii fi dhibee irraa dubarttoonni fayyan'llee Yesusiin ni horddofaniin turan, isaan'llee jinniiwwan torbaa ka isii keessaa bayeef Maariyam Magdalaawittii ta jedhamtte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
fi dubartooti gariin ta ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyanelle isa woliin jiraniiyyu. Isaan san keessalle'ee Maariyaamii Magdalaa ta jedhantu, ta durriisoti torba keessaa baafame,