Luke 8:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko Yesuusiin, “Haati teetii fi obboleeyyan teeti si dhaggiisaaf barbaadanee ala dhaabbatan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko waan jed'eeni, Haad'a tantetiifi oboleyaani tante ala ejaanjani si argu fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokko itti himee, “Haadha tanteetii fi obboleeyyan tantee ala ejaajjanii, si arguu fedhan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana namoonni, «Haati teetii fi obboleewwan tee si soqaa dhufanii diida dhaabataniiran» jedhanii itti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni worri, «Haati teetii fi obboleewwan tee si soqaa dhufanii diida dhaabataniiran» jedhanii itti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Kunnoo, haatetii fi obboleeyyan kee, ala dhaabatanii si argu'uuf ni barbaadan» jedhanii, namoonni itti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko Yesuusiin, «Haati teetii fi obboleeyyan teeti si dhaggiisaaf barbaadanee ala dhaabbatan» jedhe.