Luke 8:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa Abbaayyaa Galiila'aatiin gama, gara biyya Gergeesa'aa hobolo'oon bu'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani lafa Gergesa ta moga galaana lafa Galilaya gahani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan lafa Gergesaa ta moggaa galaanaa lafa Galiilaa ga'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara biyya Gergesoonii afoo Galiila'aatitti yabalaan ceeyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gara biyya Gergesoonii afoo Galiila'aatitti yabalaan ceeyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garba ciisaan'llee ce'anii Galiila'aatiin gamatti gara biyya arigamtuu, gara Gergesenoonii ni gayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa Abbaayaa Galiila'aatiin gama, gara biyya Gergeesa'aa hobolo'oon bu'ane.