Luke 8:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Yesuus qarqara bisaaniititti bu'een, namichi qachaa sanii, ka durriisaan qabameeru tokko itti dhufe. Namichi kun yennaa hedduu woyaa hin uffatu, manalle hin le'u, ammoo yennaa hedduu goda awwaalaa keessa le'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni lafa goddu geennaani, nami dira suni toko, ka jinni qabu, isati d'ufe. Inni guyya heddu woya inuyifanne yokhaani manaleti ingalu ammo awaala keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus lafa godduu geennaan, namii dira sunii tokko, ka jinnii qabuu, isaatti dhufe. Innii haga wayaa uyyifachuu dhiisee la ture; manaalleetti hingalu, awwaala keessatti gala male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa yabala irraa bu'an namichi jinniin dhaye tokko qachaa sanii bayee isatti dhufe. Namichi sun bara hedduuf uduu uffata hin uffannee fi uduu manatti hin galle, awwaala jidduu jiraata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa yabala irraa bu'an namichi jinniin dhaye tokko qachaa sanii bayee isatti dhufe. Namichi sun bara hedduuf uffata uduu hin uffannee fi manatti uduu hin galle, awwaala jidduu jiraata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus hoboloo irraa gara lafaa yeroo bu'etti, hafuurri battiin ka irra bule namichi tokko, magaala'aa bayee gara isaa ni dhufe, naminni kun'llee uffata isaa haga gatee yeroo baayi'ee ta'eenii ture, ka jiraatu'llee bakka awwaalaati malee, mana hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yesuus qarqara bisaaniititti bu'een, namichi qachaa sanii, ka durriisaan qabameeru tokko itti dhufe. Namichi kun yennaa hedduu woyaa hin uffatu, manalle hin le'u, ammoo yennaa hedduu goda awwaalaa keessa le'a.