Luke 8:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Durriisoti gara bowwaa qile'ee akka isaan hin ergine Yesuus kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinniini Yeso kad'atte aka inni boola keesa worra imbuumne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jinniin akka innii qilee keessa warra hinbuumnee isa kadhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jinniiwwan sunniin akka inni gara qile'ee isaan hin ergine Yesuusiin kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jinniiwwan sunillee akka inni gara qile'ee isaan hin ergine Yesuusiin kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti hafuuronni'llee, «Yabo'oo gara qilee gad fago'oo titti nu hin ergin!» jechu'uun, ni kadhataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durriisoti gara bowwaa qile'ee akka isaan hin ergine Yesuus kadhatane.