Luke 8:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri booyyee tissanu yennaa waan te'e kana dhagge'ane, baqatanee worra qacha'aatii fi biyya saniititti odeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tissituuni waan kana arginaani orite diraafi ardaati odeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tissituun booyyee waan ta'ee arginaan oriitee diraa fi reeraatti odeesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri booyyee tissu waan ta'e haga argan, dheessanii qacha'aa fi baadiyyaa keessatti odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri booyyee tissu waan ta'e haga argan, dheessanii qacha'aa fi baadiyyaa keessatti odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tissitoonni booyyewwanii waan ta'e yeroo arganitti, dheessanii ni deeman, magaalaa fi baadiyyati'llee odduu woliin ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri booyyee tissanu yennaa waan te'e kana dhaggane, baqatanee worra qacha'aatii fi biyya saniititti odeessane.