Luke 8:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan waan te'e san dhaggiisaaf, yennaa gara Yesuusii dhutte, namichi durriisi keessaa baye woyaa uffatee qalbiin itti deebitee, miila Yesuusii bira tee'eeruun dhaggitte martinuu sodaatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani beenni waan tahe argu d'aqe, Yesoti d'ufe, nama kaani ka jinniini keesaa baate qalbiini iti deebite woya uyifate fulla miila Yeso tau argani. Duuba guddo sodaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan beennii waan ta'ee argu dhaqee, Yesusiitti dhufee, nama kaan ka jinniin keessaa yaatee qalbiin itti deebitee wayaa uyyifatee fulaa miila Yesus taa'u arganii jennaan, guddoo sodaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni bayanii waan ta'e san laalu'uuf hennaa gara Yesuusii dhufan namichi jinniin keessaa baye sun qalbiin deebiteefii uffata uffatee luka Yesuusii bira ka taa'eeru arganii isa sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonnillee bayanii waan ta'e san laalu'uuf hennaa gara Yesuusii dhufan. Namichi jinniin keessaa baye sun qalbiin deebiteefii uffata uffatee luka Yesuusii bira ka taa'eeru arganii isa sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee waan ta'e laalu'uuf mana isaanii maraa bayanii gara Yesusii ni dhufan, namichi hafuuronni keessaa bayan'llee gara qalbbii isaa titti deebiteetii fi uffata isaa'llee uffatee, miila Yesusii jala taa'ee yeroo arganiinitti, ni sodaatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan waan te'e san dhaggiisaaf, yennaa gara Yesuusii dhutte, namichi durriisi keessaa baye woyaa uffatee qalbiin itti deebitee, miila Yesuusii bira tee'eeruun dhaggite martinuu sodaatte.