Luke 8:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi attam akka itti fayye worri dhaggane kolba'atti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari arge kaani aka namicha jinni qabu kaani fayyisani biyyati odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii arge kaan akka namicha jinnii qabu kaan fayyisan biyyatti odeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri achitti isa argellee, attamitti akka namichi jinnii irraa fayye isaanitti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri achitti isa argellee, attamitti akka namichi jinnii irraa fayye isaanitti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni ragaa ijaa turan'llee namichi hafuurronni irra bulanii ture attamitti akka fayye, isaanitti ni odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi attam akka itti fayye worri dhaggane kolba'atti himane.