Luke 8:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba kolbaan biyya Gergeessa'aa martinuu akka malee waan sodaatteef, Yesuus akka isaan lakkisee deemuuf gaafatte. Maarre Yesuus hoboloo yaabee achii deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami ch'ufti ka arda lafa Gergesa keesa jiru Yesoni, Nu biraa deemi jed'ani, maro worri aka taka inargiini sodaateefi. Tanaafi Yesoni hobolo keesa seene iti d'aabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namii reera lafa Gergesaa keessa jiru cuftii marroo akka takkaa hinargin sodaateef akka Yesus isaan biraa deemuu kadhate. Jennaan Yesus hoboloo keessa seenee itti dhabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin naannoo biyya Gergesenoon jiru maruu waan guddisanii sodaataniif, akka Yesuus isaan biraa lixu isa kadhatan. Inni yabala keessa seenee achii deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin naannoo biyya Gergesenoon jiru maruu waan guddisanii sodaataniif, akka Yesuus isaan biraa lixu isa kadhatan. Innillee yabala keessa seenee achii deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti namoonni naannoo Gergeesenonii marrinuu, Yesus biyya isaaniitii akka isaanii deemuuf ni kadhataniin. Kana'llee wonitti jedhaniif haalaan sodaataniinii waan turaniif. Kanaaf Yesus hoboloo yaabbateeti gara bakka irraa dhufee titti, deebi'ee ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan biyya Gergeesa'aa martinuu akka malee waan sodaatteef, Yesuus akka isaan lakkisee deemuuf gaafatte. Maarre Yesuus hoboloo yaabee achii deeme.