Luke 8:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Gara mana keetii deebi'ii, waan Waaqi si'iif godhe himi” jedhee isa erge. Namichi waan guddoo Yesuus isaaf godhe himaa, qachaa keessa deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kanketiti gali, aka Waaqi waan guddo sii tolche namati odeesi. Namichi dira ch'ufa keesa dedeeme waan Yesoni isaa tolche odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Warra kankeetti galii, waan guddoo Waaqii sii tolche namaatti himi!” jedheen. Jennaan namichii jalaa deebi'ee dira cufa keessa dedeemee waan Yesus isaa tolche hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Gara mana keetii deebi'ii waan Rabbi sii godhe himi» jedhee isa erge. Namichi waan guddaa Yesuus isaaf godhe hima'aa qachaa keessa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Gara mana keetii deebi'ii, waan Rabbi sii godhe himi» jedhee isa erge. Namichi waan guddaa Yesuus isaaf godhe hima'aa, qachaa keessa deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gara mana keetii deemiitii waan Waaqinni siif raawwate maraa dubbadhu!» Namichi'llee waan guddaa Yesus isaa raawwate magaalaa maratti, dubbata'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara mana keetii deebi'ii, waan Waaqi si'iif godhe himi» jedhee isa erge. Namichi waan guddoo Yesuus isaaf godhe himaa, qachaa keessa deeme.