Luke 8:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa gumiin hedduun qachaa adda addaatii Yesuus biratti wolitti qabante, inni itti mammaakee:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami dira ch'ufa keesaa d'ufe, gumiini guddooni wolwoldeete. Jennaani Yesoni mammaasaani waan worraani jed'e:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba namii dira cufa keessaa dhufee, gumiin guddoon walwaldeettee jennaan, Yesus mammaassaan warratti dubbatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa baniin heddu qachoota maraa irraa wolitti qabamanii gara isaa dhufan mammaakaan akkana jedha'aa isaanitti dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa baniin heddu qachoota maraa irraa wolitti qabamanii gara isaa dhufan, mammaakaan akkana jedha'aa isaanitti dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni baayi'een magaala'aa gara isaa dhufanii bakka tokkotti yeroo wol gayanitti, Yesus fakkeenna kana isaanitti ni hime,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa gumiin hedduun qachaa adda addaatii Yesuus biratti wolitti qabante, inni itti mammaakee: