Luke 8:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Hunni fayyittu na keessaa akka baate ani waan beekuuf, nami tokko na tuqeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni waan jed'eeni, Namati na tuqe, wonti akanatiifi anini jabeenna na keesaa bahu ufirati arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Lakkii, namaatti na tuqee, anin jabeenna na keessaa ba'u ufirratti argee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Akka hunni fayyisu na keessaa baye waan beekuuf, namni tokko na tuqeera» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Akka hunni fayyisu'u na keessaa baye waan beekuuf, namni tokko na tuqeera» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Huminni ana keessaa bayuu isaa beekee jiraatii, dhugamaanuu naminni tokko ana tuqee jira» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Hunni fayyittu na keessaa akka baate ani waan beekuuf, nami tokko na tuqeera» jedhe.