Luke 8:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo yennaa waan kana dhage'e Yaayiroosiin, “Hin sodaatin; dhugeeffadhu malee, intalti teeti hin fayyiti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yeso d'ageennaani waan jed'eeni, Insodaatini, d'ugefachuma d'ugefad'u, isiini imfayiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo dhageennaan Yayirosiin, “Hinsodaatin, dhugeeffachuma dhugeeffadhuu, isiin infayyitii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo dhagayee Iyyaa'iroosiin, «amani malee hin sodaatin hin fayyitii jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusi ammoo dhagayee, amani malee hin sodaatin hin fayyitii jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu kana dhagayee Iyyaaryosiin, «Jabaadhu hin sodaatin aman qofa, intalitti kee ni fayyiti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo yennaa waan kana dhage'e Yaayiroosiin, «Hin sodaatin; dhugeeffadhu malee, intalti teeti hin fayyiti» jedhe.