Luke 8:51 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus mana Yaayiroosii bira yennaa geye, Pheexroos, Yohaannis, Yaaqoob, abba'aa fi haadha intalaa malee eennulle isa woliin akka seenuuf hin eeyyanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana geennaani inni nama ch'ufa seenu d'owe, Petrofi Yakobofi Yohanafi abbaafi haad'a intala male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana geennaan Phexrosii, Yaaqoobii, Yoh. aannisii, abbaa fi haadha intala malee nama cufa seenuu dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara manaa seenu Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannis abbaa mucatti'iitii fi haadha mucatti'ii malee, eennullee akka isa woliin hin seenne dhoogge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara manaa seenu Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannis abbaa mucatti'iitiif haadha mucatti'ii malee, eennullee akka isa woliin hin seenne dhoogge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara mana Iyyaarosii yeroo gayetti Phexiros, Yohaannis, Yaaqoob, abbaa intalatii fi haadha isi'ii malee, ka bira'aa eennu'llee isa woliin gara keessaa akka aseenu, hin eeyyaminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus mana Yaayiroosii bira yennaa geye, Pheexroos, Yohaannis, Yaaqoob, abba'aa fi haadha intalaa malee eennulle isa woliin akka seenuuf hin eeyyanne.