Luke 8:53 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka intalti duuteertu waan beekanuuf, marti isaaniituu itti kollane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddo isa koble waan aka isiini doote beekhaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo waan akka isiin doote beekuuf guddoo isaatti koble.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka duute beekanii guddisanii itti kolfan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka duute beekanii guddisanii itti kolfan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu intaltti akka duute waan beekaniif, marrinuu baldu'uun isatti ni kolffan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka intalti duuteertu waan beekanuuf, marti isaaniituu itti kollane.