Luke 8:54 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo harka isi'ii qabee, “Intala, ka'i!” jedhee waame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka isii qabe qonqo olfud'ate waan jed'e, Intala, kai.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo harka isii qabee qoonqoo olfudhatee, “Intala, ka'ii!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo harka isi'ii qabee, «Mucattii ka'i» jedhee guddisee dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo harka isi'ii qabee, «Mucattii ka'i» jedhee guddisee dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee harka intalatti'ii qabee, «Intala nana ka'i!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo harka isi'ii qabee, «Intala, ka'i!» jedhee waame.