Luke 8:56 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isi'ii maalalfatane; Yesuus ammoo waan te'e kana eennulle'etti akka hin hinne isaan ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaafi haati guddo mamte, ammo inni worrati seere aka waan kana namati inhimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaa fi haatii guddoo mamanii, Yesus ammoo, akka warrii waan kana namaatti hinhimne itti seere.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isi'iillee hin maalalan. Inni ammo waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne isaan ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isi'iillee hin maalalan. Inni ammoo waan ta'e kana eennuttillee akka hin himne isaan ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maatiin intalatti'ii'llee ni maalalan, inni garuu waan ta'e kana eennutti'llee hin dubbatinaa jechu'uun, isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isi'ii maalalfatane; Yesuus ammoo waan te'e kana eennulle'etti akka hin hinne isaan ajaje.